Videota Kristiyaanaa (Oromiffa Christian Videos)

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
Amharic Videos | Tigrinya Videos | Afaan Oromo Videos

Seenaa Yesus (Jesus Film) (128 mins)

Filmin kuni “Yesus” kan jedhamuu yero taa’u seena jirenya Yesus Kristos kan barsisudha. Seena’n kuni bara itti hojetamee bara 1986’ti jalqabbee afan 1100 gararatti hikammerra. Senna hojji filmi kessa’ti hunduma calla’ti lakobssa gudadhan kan afaan bayie’ti kan jijirame’s, kan ilalamee’s ta’e jirra. “Pastor Rick Warren, kan jedhama’n “The Purpose Driven Life,” kan kataba’n yerro dubatanni filmi’n Yesus jedhamu hunduma calla’ti hojji hojetame hunduma olli’ti Wongela Waaqayyoo geggessudhaffi mesha bayie barbadamuf, dhima basudhaa jedha’ni dubataniru.


A docudrama on the life of Jesus Christ, the "JESUS" film has been translated into more than 1,100 languages since its 1979 release. It remains the most translated and viewed film in history. Pastor Rick Warren, author of "The Purpose Driven Life," says "The 'JESUS' film is the most effective evangelistic tool ever invented."


Seena Yesus Ijolledhaf (Jesus Film For Children) (61 mins)

“Seena’n Yesus ijolledhaf” kan jedhamu wayi’ee Waqaayyoo’fi ilma issa, Yesus ijolle barsisudhaafi rakina jiru’fi hikka dhi’essa. Filmi’n kuni, filmi issa jalqabaat “Yesus” jedhame kan hojetamerra yerro deqiqaa 40 kan ta’u fudhate akasumasimo drama hara kan hojetamee ijolle 6 kan taa’n bara Yesus kan jiracha turan illalu wajin waliti dabalamee dhiyateedha. Filmi’n kuni aka ilalcha ijolle’t dubataamee, wayi’e jireniyya’f hoji tajajila Kristos hubanno dhi’essa.


"The Story of Jesus for Children" provides a solution to the challenge of teaching children the truth about God and His Son, Jesus. This film uses 40 minutes of the original "JESUS" film and integrates into the drama 22 minutes of new footage involving six children who might have lived during the time of Christ. Told from a child's point of view, this film provides an overview of Christ's life and ministry.

መቅደላዊት (Magdalena) (58 mins)

"መቅደላዊት" ፡ ለሴቶች ፡ የተሰራ ፡ ፊልም ፡ ሲሆን ፡ የእግዚአብሔርን ፡ ፍቅር ፡ እንዲሁም ፡ ወንጌል ፡ እያስተማረ ፡ የሴት ፡ እህቶችን ፡ ልብ ፡ እየነካ ፡ ሕይወትን ፡ ሊለውጥ ፡ የሚችል ፡ ፊልም ፡ ነው። የኢየሱስን ፡ ደግነት ፡ እንዲሁም ፡ ታሪካቂ ፡ ሥራዎቹን ፡ በመቅደላዊት ፡ ማሪያም ፡ ዓይን ፡ እንደታዪ ፡ አድርጐ ፡ የሚተርክ ፡ ፊልም ፡ ነው።

Magdalena, a film made especially for women, beautifully shares God's love and the gospel, engaging women at the heart level with the potential of changing their lives for eternity. A story of tenderness, freedom and purpose, it portrays Jesus' compassion for women and historical accounts of His interactions with them, as seen through the eyes of Mary Magdalene.


Barbaddi (The Search) (7 mins)

Filmi gababa’n kuni wa’ee Wangeela qaruma’ti dubachudhaf kan hinyadatamnee yota’eyyu, garuu aka Wangeel nuuf aka barbachissa taee nutti himudhaaf kara dandesissu qajelchudhaaf kan gargarudha. Filmi kana ergga illalatani bode, gaffoti itti fuffa’ni jiraan illalladha’tti irratti dudubadha. Atammiti seena’n mata keesani’fi seenooni warra filmi kana wojin illala jirtaan seena filmi kana’fi seena Yesus wajin waaliti dhihiyyatan itti yada.


This short film is not intended to directly communicate the Gospel, but to facilitate a conversation that reveals our need for the gospel. After watching the film, look at the questions and talk about them. Think about how your own story and the stories of those you may be watching with connects with the story of the film and the story of Jesus.