ዬሱስ ፡ ዬሱስ ፡ ጄዱ ፡ መሌ (Yesus Yesus Jedhu Malee) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

እግዚአብሔር ፡ ትልቅ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

(4)

ርዝመት (Len.): 4:45
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Chorus]
Maqaa kan kee kakaasu malee
Yesuus Yesuus jedhu malee
Oolee hin bulu na hin dandeessisu
                     ...
Fannoo kee jalatti jilbiifadha
Ganamaa galgala si waaqeefadha (x2)

[Verse 1]
Dukkanaa ifatti siin ba'ee
Jiruu bara baraa s'iin ce'ee
Akkamiin irraanfadha maqa kan kee
Anuu hidhaana koo siin hiikkadhe
Nan weeddisa nan leellisa
Jaalallee dhugaa si eebbisaa
Nan weeddisa nan leellisa
Fayyisoo kiyya si eebbisa (x2)

[Chorus]
Maqaa kan kee kakaasu malee
Yesuus Yesuus jedhu malee
Oolee hin bulu na hin dandeessisu
                     ...
Fannoo kee jalatti jilbiifadha
Ganamaa galgala si waaqeefadha (x2)

[Verse 2]
Yesuus Fayyisaa Lubbuu
Kan biraa hin barbaadu si naa wayya
Jireenya an hin hawwu ka siin alaa
Bara jireenya koo si tajaajilaa

[Chorus]
Maqaa kan kee kakaasu malee
Yesuus Yesuus jedhu malee
Oolee hin bulu na hin dandeessisu
                     ...
Fannoo kee jalatti jilbiifadha
Ganamaa galgala si waaqeefadha (x2)

[Interlude]
Haa fagaatu Haa fagaatu
Haa fagaatu narraa
Kan na fooyu si biraa
Kan na irraanfachiisu rabbiini
'Haa fagaatu maqaa Yesuusitin (x2)

[Chorus]
Maqaa kan kee kakaasu malee
Yesuus Yesuus jedhu malee
Oolee hin bulu na hin dandeessisu
                     ...
Fannoo kee jalatti jilbiifadha
Ganamaa galgala si waaqeefadha (x2)

[Verse 3]
Keessa kiyyatu si barbaada
Kanaaf gara kan kee ol ol iyya
Ani hin danda'u dugdaan
Sitti galee jiraachuu Waaqa kiyya
Ani hin danda'u
Otoo si hin waaqeessin oolee buluu
An hin danda'u
Otoo sii hin sagadin oolee buluu
An hin danda'u
Otoo si hin faarfatin oolee buluu
An hin danda'u
Otoo si hin kabajin oolee buluu

[Chorus]
Maqaa kan kee kakaasu malee
Yesuus Yesuus jedhu malee
Oolee hin bulu na hin dandeessisu
                     ...
Fannoo kee jalatti jilbiifadha
Ganamaa galgala si waaqeefadha (x2)