ዬሱስ ፡ አቲ ፡ አዳ (Yesus Ati Adda) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

እግዚአብሔር ፡ ትልቅ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

(7)

ርዝመት (Len.): 4:29
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Intro]
Kan akka kee na baadhate hin jiru
Kan akka kee na jaallate hin jiru
Kan akka kee anaa obse hin jiru
Kan akka kee anaa dhokse hin jiru
                    ...
Si'a hagam anuu kan si yakke
Kan naa marte dinqii jaalalli kee
                    ...
Yesuus ati adda jaalalli kees adda (x2)
Hirkisoo kiyyaa (sima naa wayya)
Fayyisoo kiyyaa (sima naa wayya)
Jaalallee kiyyaa (simaa naa wayya)
Yesuusi kiyya (sima naa wayya)

[Verse 1]
Gamas barbaade gamanasi
Ani hin dhabe kan akka Yesuusi
Kan lubbuu ofiitu namaaf laatu
Kan dadhaboota jaalatu
Haaleluyaa Yesuus ati adda

[Chorus]
Yesuus ati adda jaalalli kees adda (x2)
Hirkisoo kiyyaa (sima naa wayya)
Fayyisoo kiyyaa (sima naa wayya)
Jaalallee kiyyaa (simaa naa wayya)
Yesuusi kiyya (sima naa wayya)

[Chorus 2]
Yesuus ati adda jaalalli kees adda (x2)
Hiyyeeyota jaallatta kanaaf ati adda
Jaalalli kees adda
Cubbamoota Jaallatta kanaaf ati adda
Jaalalli kees adda
Rakkatoota jaallatta kanaaf ati adda
Jaalalli kees adda
Dadhaboota jaallatta kanaaf ati adda
Jaalalli kees adda

[Verse 2]
Jechi ibsu hin jiru jaalala kee
Ajaahiba hin dhumuu gochi kan kee
Kana dubbadhu kanatu na hafa
Maal qabadhee afoo kan kee dhufa
Fuldura keetti kufee siif sagada
Hin Cadhisu (x2) Naaf taate adda
Kanaaf taate adda

[Chorus]
Hirkisoo kiyyaa (sima naa wayya)
Fayyisoo kiyyaa (sima naa wayya)
Jaalallee kiyyaa (simaa naa wayya)
Yesuusi kiyya (sima naa wayya)