ሞቱማን ፡ ኬ (Mootummaan Kee) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

እግዚአብሔር ፡ ትልቅ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

(1)

ርዝመት (Len.): 3:30
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Chorus]
Mootummaan kee x3
Wangeellikee haa babal'atu
Maqaan kee Kristoos
Ardii mara irrattuu
Ooli aane haa Mul'atu

[Verse 1]
Bara abboottii teennaa wangeela kankee
warreen jibbaa turani balleessuuf dhaadhatani
Ati isaanu buqqiftee biyyaa ariite
Jaalalloole wangeelaa gagamachiifte

[Chorus]
Mootummaan kee x3
Wangeellikee haa babal'atu
Maqaan kee Kristoos
Ardii mara irrattuu
Ooli aane haa Mul'atu

[Verse 2]
Diintoota wangeelaa kankee ka hin turre
Gooftaa Yesuus simatu nullee jijjiiree
Hanga dhugaaf karaani si ta'uu hubannee
Wangeela kee labsuudhaaf hidhanneetu yaane

[Chorus]
Mootummaan kee x3
Wangeellikee haa babal'atu
Maqaan kee Kristoos
Ardii mara irrattuu
Ooli aane haa Mul'atu

[Verse 3]
Wangeelli kee Waaqayyo maraa mooyata
Enyunuu hin sodaatu ni injifata
Billaawa qara lama qabu san tara
Harras diintoota ufii morma isaanii cira

[Chorus]
Mootummaan kee x3
Wangeellikee haa babal'atu
Maqaan kee Kristoos
Ardii mara irrattuu
Ooli aane haa Mul'atu