መቃ ፡ መቃ ፡ ጫሉ (Maqaa Maqaa Caalu) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

ሞቱማን ፡ ኬ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

፲ ፩ (11)

ርዝመት (Len.): 4:31
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Chorus]
Iyyasuus maqaan isaa maqaa maqaa caalu (x5)

[Verse 1]
Jilbi hunduu isaaf jilbeeffataa
Uumamni hundinuu galata isaaf fida
Eessayu hin jiruu kan isatti madaalu
Maqaanisaa maqaa maqaa caalu

[Chorus]
Iyyasuus maqaan isaa maqaa maqaa caalu (x5)

[Verse 2]
Rakkina irratti maqaa isaa waamnee
Hibboo baayyeef deebii irraa arganne
Saalfanne hin beeknu maqaa isaa kanaani
Galata malee kan biraa maal jennaani

[Chorus]
Iyyasuus maqaan isaa maqaa maqaa caalu (x5)

[Verse 3]
Maqaan isaa dhibamaa fayyisa
Kan du'ellee du'a keessaa ni kaasa
Hin jijjiiraa seenaa namaa haareessa
Humna cimatu jira maqaasaa keessa

[Chorus]
Iyyasuus maqaan isaa maqaa maqaa caalu (x5)

[Verse 4]
Yoo kadhatani kadhaa namaa deebisa
Qaaniin hin jiru mana Yesuusi keessa
Hunda keenna ija tokkoon ilaala
Dhugumaan bee Waaqni keenna jaalala

[Chorus]
Iyyasuus maqaan isaa maqaa maqaa caalu (x5)

[Outro]
Dafii koottu gara isaa
Ammuma koottu gara isaa
Dafaa koottaa gara isaa
Ammuma koottaa gara isaa (x2)