ከን ፡ ኑ ፡ ካሱ ፡ ረቢ (Kan Nu Kaasu Rabbi) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

እግዚአብሔር ፡ ትልቅ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

(8)

ርዝመት (Len.): 4:44
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Chorus]
Kan nu kaasu Rabbii hin hafnu karatti
Kan nu waamu Rabbii hin hafnu karatti
Raajiin Rabbii hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama
Raajiin keenna hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama

[Verse 1]
Kamtu nu afoo baya kamtu nu daangessa
Waandhi erge sun inni nu ceesisaa
Wal'aansoo sheexanaatin lakki hin moo'amnu
Afaan namootaalle lakki hin sodaannu
Raajii qabna ergaa qabnaa (x2)

[Chorus]
Kan nu kaasu Rabbii hin hafnu karatti
Kan nu waamu Rabbii hin hafnu karatti
Raajiin Rabbii hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama
Raajiin keenna hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama

[Verse 2]
Wangeelli jaalalaan yeroo lallabamu
Araaratu dhufa hammeenyatu hafa
Akka kun ta'uufi Waaqayyo nu kaase
Eennu danda'aree karatti nu hambisee
Raajii qabnaa ergaa qabnaa (x2)

[Chorus]
Kan nu kaasu Rabbii hin hafnu karatti
Kan nu waamu Rabbii hin hafnu karatti
Raajiin Rabbii hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama
Raajiin keenna hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama

[Verse 3]
Wangeelli Waaqayyo ija namaa banaa
Bahaa galaanillee nagaa namaa kenna
Ifti nuuf ife kun hundaa akka dhaqqabu
Wanti nu ergamneef wangeela lallabuuf
Raajii qabnaa ergaa qabnaa

[Chorus]
Kan nu kaasu Rabbii hin hafnu karatti
Kan nu waamu Rabbii hin hafnu karatti
Raajiin Rabbii hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama
Raajiin keenna hin raawwatama
Sabni Rabbii hin dhaqqabma
Dukkanti irraa mulqama