ጂሬኚ ፡ ኪያ (Jireenyi Kiyya) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

እግዚአብሔር ፡ ትልቅ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

(3)

ርዝመት (Len.): 4:56
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Chorus]
Jireenyi Kiyya harka Waaqaa keessa
Eebbi kiyya harka Waaqaa keessa (x2)
                      ...
Isatu na guddisa isa na jiraachisa (x2)

[Verse 1]
Allaattii waaqarraaf waan nyaatan kan laatu
Abaaboo boru badu akkas kan bareechu
Anoo harka isaatiin uumamee nan beeka
Isa biraa anaa dhufaa eebbi isa dhugaa

/b>[Chorus]
Jireenyi Kiyya harka Waaqaa keessa
Eebbi kiyya harka Waaqaa keessa (x2)
                      ...
Isatu na guddisa isa na jiraachisa (x2)

[Verse 2]
Kan kalee na tiksee bu'ii ba'ii maraa
Waaqni na waame sun ana wajjiin jira
Maaltu na yaaddesse isa boruutiifi
Isatti dhiisee boqodhee ani nan faarsaa bee
Maaltu na yaaddessa ree isa boruutiifi
Rabbitti dhiisee boqodhee ani nan faarsaa bee

[Chorus]
Jireenyi Kiyya harka Waaqaa keessa
Eebbi kiyya harka Waaqaa keessa (x2)
                      ...
Isatu na guddisa isa na jiraachisa (x2)

[Verse 3]
Haa guutu haa hirdhatu kun na hin yaachisu
Wanti an waamameef wangeelasaa labsuu
Mootummaa Waaqa kiyyaa ganaa ol babadhatee
An kee kun nagaya Waaqni kiyya ulfaatee x2

[Chorus]
Jireenyi Kiyya harka Waaqaa keessa
Eebbi kiyya harka Waaqaa keessa (x2)
                      ...
Isatu na guddisa isa na jiraachisa (x2)