በራ ፡ ኮ ፡ ከን ፡ ነ ፡ ሀፌ (Bara Koo Kana Hafe) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

ሞቱማን ፡ ኬ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

፲ ፪ (12)

ርዝመት (Len.): 5:24
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Chorus]
Bara koo ka na hafe (x3)
Ka ati na argisiifte arge gorsa caqasee
Seera kee ulfeesse
Akka darbu na gargaari
Wangeela kee labsee

[Verse 1]
Jireenya gabaabduu biyya lafaarra
Gooftaa koo tajaajilee darbuu naaf tara
...
Humna kee naa kenni na jajjabeessi
Barakoo ka na hafe anaa eebbisi (x2)

[Chorus]
Bara koo ka na hafe (x3)
Ka ati na argisiifte arge gorsa caqasee
Seera kee ulfeesse
Akka darbu na gargaari
Wangeela kee labsee

[Verse 2]
Akkamiin callisa na hin callisiisu
Lubbuu baddu laalaa danda'ee hin obsu
Waaqayyo si kadhaa akka dachaastu
Saba wangeelaan akka eebbiftu

[Chorus]
Bara koo ka na hafe (x3)
Ka ati na argisiifte arge gorsa caqasee
Seera kee ulfeesse
Akka darbu na gargaari
Wangeela kee labsee

[Verse 3]
Iyyasuus Kristoos fayyisaa ta'uu
Kan hin dhaggeenne hunduu akka dhagayu
...
Humna ayyaana keetiin na kakkaasi mee
Wangeela akka labsuuf situ na waame

[Chorus]
Bara koo ka na hafe (x3)
Ka ati na argisiifte arge gorsa caqasee
Seera kee ulfeesse
Akka darbu na gargaari
Wangeela kee labsee

[Verse 4]
Har'a natti tolee kunoo in burraaqa
Wangeela illee baadhe asi achi fiiga
...
Waaqa jalaqaba koo mnaa bareechite
Barri koo haa raawwatuuf at na gammadde (x2)

[Chorus]
Bara koo ka na hafe (x3)
Ka ati na argisiifte arge gorsa caqasee
Seera kee ulfeesse
Akka darbu na gargaari
Wangeela kee labsee