ኣናፍ ፡ ጄቴ (Anaaf Jettee) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

እግዚአብሔር ፡ ትልቅ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

(2)

ርዝመት (Len.): 5:57
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Intro]
Anaaf gadii buutee samii gubbaa irraa
Anaaf dhiftee dhuftee ulfinna san maraa
Rabbiin na araarsuuf Yesuus nama taate

[Pre-Chorus]
Keessa koo deddeebi'a wanti jazaa keeti
Waaqa kana naaf goote galatoomfami ati
Ifti dhugaa si'i dukkana kan ibse
Badii bara baraa jalaa kan na hambisee

[Chorus]
At callaan ulfaadhu jiruu koo irratti
At callaan ulfaadhu miixuu koo irratti
At callaan ulfaadhu humna koo irraatti
At callaan ulfaadhu bara koo irraatti
Hashu Hashu Hashu Yesuus
Hashu Yesuuse Kan kee odeesse
Kan kee odeesse hin fixu
Kan kee odeesse Hashu Yesuuse
Kan kee odeessee hin fixu
Kan kee Odeessee

[Verse 1]
Ba'aa kiyya wojjiin gara kan kee dhufee
Maqaa kan kee waamnaan hunduu narraa kufe
Dhiigne kee qulqulluun bilisa na baase
Anummaan maal deebisa gooftaa na fayyisee

[Pre-Chorus]
Keessa koo deddeebi'a wanti jazaa keeti
Waaqa kana naaf goote galatoomfami ati
Ifti dhugaa si'i dukkana kan ibse
Badii bara baraa jalaa kan na hambisee

[Chorus]
At callaan ulfaadhu jiruu koo irratti
At callaan ulfaadhu miixuu koo irratti
At callaan ulfaadhu humna koo irraatti
At callaan ulfaadhu bara koo irraatti
Hashu Hashu Hashu Yesuus
Hashu Yesuuse Kan kee odeesse
Kan kee odeesse hin fixu
Kan kee odeesse Hashu Yesuuse
Kan kee odeessee hin fixu
Kan kee Odeessee

[Verse 2]
Dhaloota kiyyaanu an nama cubbamaa
Seera kee kabajuuf kan hin dandeenye homaa
Soomee sagadeef miti kan An qulqullaa'e
Yesuus sitti amannaan jireenya naaf ta'e
Ijatu naaf banamee qofratu narraa kufee
Abbaa nagayaa situ gara jireenya koo dhufee
Adeemsi na toleera Gooftaa si wajjiin
Siif weeddisaa le'aa siif sagadaatani

[Chorus]
At callaan ulfaadhu jiruu koo irratti
At callaan ulfaadhu miixuu koo irratti
At callaan ulfaadhu humna koo irraatti
At callaan ulfaadhu bara koo irraatti
Hashu Hashu Hashu Yesuus
Hashu Yesuuse Kan kee odeesse
Kan kee odeesse hin fixu
Kan kee odeesse Hashu Yesuuse
Kan kee odeessee hin fixu
Kan kee Odeessee

[Verse 3]
Anaan fayyiisuufi fannoo baadhatte
Du'aaf abaarsa anarraa fudhatte
At abaaramnaan at naaf salphannaan
Argadhee ulfinnaa haa ha argadhee ulfinna
At abaaramnaan at naaf salphannaan
Argadhee jireennaa haa ha argadhee jireenna

[Chorus]
At callaan ulfaadhu jiruu koo irratti
At callaan ulfaadhu miixuu koo irratti
At callaan ulfaadhu humna koo irraatti
At callaan ulfaadhu bara koo irraatti
Hashu Hashu Hashu Yesuus
Hashu Yesuuse Kan kee odeesse
Kan kee odeesse hin fixu
Kan kee odeesse Hashu Yesuuse
Kan kee odeessee hin fixu
Kan kee Odeessee