አን ፡ ገለታ ፡ ቀባ (An Galata Qaba) - ተሊሌ ፍቅሩ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ተሊሌ ፍቅሩ
(Taliilee Fiqruu)

Lyrics.jpg


(1)

እግዚአብሔር ፡ ትልቅ
(Mootummaan Kee)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፮ (2004)
ቁጥር (Track):

(6)

ርዝመት (Len.): 4:07
ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የተሊሌ ፍቅሩ ፡ አልበሞች
(Albums by Taliilee Fiqruu)

[Chorus]
An galata qaba Yesuusifi
An galata qaba Gooftaa siifi
Yeroo an dadhabe na hirkifteetta
Dukkana koo ifatti naaf jijjiirteetta (x2)

[Verse 1]
Eessawuu hin jiru kan sitti qixxaayatu
Abbaaf haati koo illee si naa hin geettu
Eennu jedhee maqaa kee leellisu
Galanni kee ana hin ceemphisiisu

[Chorus]
An galata qaba Yesuusifi
An galata qaba Gooftaa siifi
Yeroo an dadhabe na hirkifteetta
Dukkana koo ifatti naaf jijjiirteetta (x2)

[Verse 2]
Akka wallaala koof ana hin ganne
Iddoo an kufetti na hin lakkifne
Gara laafinni kee na hirkisee
Eennuma siin jedhuree Yesuuse

[Chorus]
An galata qaba Yesuusifi
An galata qaba Gooftaa siifi
Yeroo an dadhabe na hirkifteetta
Dukkana koo ifatti naaf jijjiirteetta (x2)

[Verse 3]
Du'a kiyya situ anaa du'ee
Dhiiga keetiin kunoo qulqullaa'e
Galatoomi Yesuus Abbaa kiyya
Si faarfataa le'aa bara kiyya

[Chorus]
An galata qaba Yesuusifi
An galata qaba Gooftaa siifi
Yeroo an dadhabe na hirkifteetta
Dukkana koo ifatti naaf jijjiirteetta (x2)