ካን ፡ ኬ (Kan Kee) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg


(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

(4)


ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)

Kan Kee narra baay'ataa (4x)
Ulfadhuu (2x) Gooftaa
Sammuukoo gararra ta'e
Gochaan kee ba'ee
Galata kee (4x)
Ulfinii Hankee (4x)

Kam dubadhee kamin dhisaa?
Hubana olii tilmmammini isaa
Jalalasaatiif gochasaa
Garumasaaf ararasaa
Jechoota maaliin mul'isa (4x)

Kan Kee narra baay'ataa (4x)
Ulfadhuu (2x) Gooftaa
Sammuukoo gararra ta'e
Gochaan kee ba'ee
Galata kee (4x)
Ulfinii Hankee (4x)

Naballeessuu yoo barbaadee
Diyaabiloos yoo na gaade
Dhokadheera kottaa keesa
Nanargatu maa bookisa?
Gargar hincitu galanni koo
Gargar hincitu mo'ichi koo

Kan Kee narra baay'ataa (4x)
Ulfadhuu (2x) Gooftaa
Sammuukoo gararra ta'e
Gochaan kee ba'ee
Galata kee (4x)
Ulfinii Hankee (4x)

YESUS yaa abbaa aara galfanaa
Boqonnaakoof gamavhuu koo
Kiraara koof masanqookoo




Kan Kee narra baay'ataa (4x)
Ulfadhuu (2x) Gooftaa
Sammuukoo gararra ta'e
Gochaan kee ba'ee
Galata kee (4x)
Ulfinii Hankee (4x)