ኢየሱስ ፡ ሞኤራ (Iyesus Moera) - ጳውሎስ ፡ ተገኝ

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ጳውሎስ ፡ ተገኝ
(Phawulos Tegeny)

Phawulos Tegeny 1.jpg


(1)

ካን ፡ ኬ ፡ ናራ ፡ ባይታ
(Kan Kee Narra Baayata)

ዓ.ም. (Year): ፲ ፱ ፻ ፺ ፭ (2003)
ቁጥር (Track):

(10)


ሌሎች ፡ የአልበሙ ፡ መዝሙሮች
(Other Songs in the Album)
የጳውሎስ ፡ ተገኝ ፡ አልበሞች
(Albums by Phawulos Tegeny)


Isaa mootummaa dhaaf WAQQAYYOO abba isaatiif
Lubootaa akkatanuuf nuu goodhatee sanaaf
Ulfinaa angoon bara hamma barabaraati
Haa tauu YESUSiif

YESUS mo'era biyyaa lafaa irratti
Wanti hundumtuu goftumaa isaa gad-jallaatti
Jilbi hundumtu Gooftaaf nii jilbeenfataaf
jalatus, jibusi nii bitamaafi

Ni labsinaa ni lalabnaa
YESUS Gooftaa ta'uu isaa
Du'ee du'aa ka'ee mirgaa abbaa isaa
Ulfinaan ta'uu isaa

Mooti mototatii, Gofta gooftotatii
Bulcha saba hundumaa mooti qajeelaati
Wanti hundumtuu milaa isaa jalaa galeeraa
Laftunnis, boontuunisii harkuma isaa irra.

Isaa mootummaa dhaaf WAQQAYYOO abba isaatiif
Lubootaa akkatanuuf nuu goodhatee sanaaf
Ulfinaa angoon bara hamma barabaraati
Haa tauu YESUSiif