Yesus Na Bira Hin Darbin

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Yesus na bira hin darbin
Maaloo kottu
Warra kaan yommuu barbaaddu
Ana immoo yaadadhu

Yesus Kristoos, maaloo kottu
Warra biraa yommuu kaaftu
Nan immoo yaadadhuu

Miilla keetti hirkadhee taa'ee
Sin araarfadha
Lubbuun koo yommuu dhiphattu
At na jabessi

Yesus Kristoos, maaloo kottu
Warra biraa yommuu kaaftu
Nan immoo yaadadhuu

Kunoo gara kee nan dhufa
Waa himachuu dhaaf
Dhimma koo naa hubadhu kaa
Yaa Fayyisaa koo

Yesus Kristoos, maaloo kottu
Warra biraa yommuu kaaftu
Nan immoo yaadadhuu

Ati woo gammachuu koo ti woo
Fayyisaa kootis
Ati anaaf hundumaa dha
Yaa qoricha ko

Yesus Kristoos, maaloo kottu
Warra biraa yommuu kaaftu
Nan immoo yaadadhuu