From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
|
|
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች (Other Classic Mezmur Lyrics)
|
|
Yaa ilma Waaq nuyif birmadhu
Hafuura kee nuyif ergi
Yeroo kana nu eebbisi
Karaa qajeelaatti nu geessi
Maqaa keef afaan keenya bani
Ayyaana kee nu beeksisi
Amantii keenya baayy'isi
Sagalee kee nu barsiisi
Achi waaqa irratti hamma jennutti
Warra qulqullota wajjin
Waaqayyo arjaa qulqulluu
Kan akka isaa hin argannu
Hooqubaan Abbaa dhaa fi ilmaaf
Hafuura Qulqulluu dhaafis
Tokkicha amantii keenyatti
Bara-baraan haa ta'u
|