Gara fannoo ilaalaa (Paulos T Bulcha)

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Gara fannoo ilaalaa
Gara fannoon ilaala
Gara fannoo Yesus ilaalaa

Yesus gara amantiitti
Yesus nuu waamee nutti
Yesus gargaar hinba’uu
Yesus namooni maa nahu?

Yesus cubbuu namoota
Yesus fannooti ciinqaarsee
Yesus isa nu hameesee
Yesus kararraa buqisee

Yesus hoolaa kakuu haraa
Yesus lubummaan isaa baraan
Yesus gidduu galuudhan
Yesus fiixxaan baafateera

Yesus hoolaa aarsaa ta'ee
Yesus qalmaaf dhiiyeefamee
Yesus hoolaa aarsaa ta'ee
Yesus Yesus wareegame

Yesus hundee jireenyako
Raawateera fayyinako
Habaaya’atuuf galanko