Oromiffa/Classics/Mataa Jawweerra nu dhaabe
{{Classic |Title=Mataa Jawweerra nu dhaabe |ቋንቋ=ኦሮምኛ |Language=Oromiffa |Lyrics= Mataa Jawweerra nu dhaabe Hin utaalla hin burraaqna Gooftaan Mo'icha nuuf kenne Maqaa Yesuus Ol ol qabna Arfiin du'aa nurra darbee Duuti lamuu nun argituu Boo'icha Si'ool balleese Gooftaa Yesuus haa ulfaatu