Mataa Diina Koo Ti Buruqsite

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Mataa Dina Koo Ti Buruqsite
Aangoo Diina Koo Ti Bittimsite
Har'an Na Geesseetta Ya Gooftaa
Dhaabadheen Siif Galcha Galata

Billaa diina koo ti maarashaa goote
Qabaa harka isaa keessaa na baafte
Utu inni akka Leencaa natti aaduu
Akka ilmaan hantuutaa isa goote

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Ilaalee naarguu hin dandeenye
Hiixatee na qabuu hin dandeenye
Akeeka isaa tasa balleessite
Ilkaan diina koo ti na oolchite

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Galata kee Gooftaa galata kee
Siin dhiyeessa ijaajjee wareega kee
Himee hin fixu waa'ee gaggeessaa kee
Ha ulfaatu ya YESUS maqaan kee

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Utuu inni dhaabatee quba nyaatuu
Jonja'ee fajajee akka raatuu
Mataa diina koo tii irraa murte
Harka kootti fiddee naa kennite

Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e
Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e
Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata?
Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata?
Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa
Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Ulfinaa fi hoo qubaan sii dhiyeessa
Situ na baase afaan diina koo keessaa
Himee hin fixu wa'ee gochaa kee
Ha galateefamu ka maqaan kee