Kottu Kottu Yesus Naazreetichaa

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Kottu (3x)
YESUS Naazreetichaa
Nu gidduutti argami
Ati woo nuuf qorichaa
Dhibee fi yaaddoo keenya
Fudhannee dhi' aannaa
Maqaan kee yaa YESUS
Hundumaaf fayyinaa

Mana qulqullummaa Solomoon ijaaree
Ulfinnii fi surraan kee keessatti akka bu' e
Waldaa kana kessatti Hafuurri kee haa bu' u
Asi kan jirru hundumaa eebbi kee haa qaqqabu

Kottu (3x)
YESUS Naazreetichaa
Nu gidduutti argami
Ati woo nuuf qorichaa
Dhibee fi yaaddoo keenya
Fudhannee dhi' aannaa
Maqaan kee yaa YESUS
Hundumaaf fayyinaa

Mamiin kan guutamee lapheen isaa kan jabaate
WAAQAUMMAA kee kan ganu yoo as keessa jiraate
Sagalee jaalalaan ati itti dubbadhu
Gara boqonnaa keetti maatii keetti fidadhu

Kottu (3x)
YESUS Naazreetichaa
Nu gidduutti argami
Ati woo nuuf qorichaa
Dhibee fi yaaddoo keenya
Fudhannee dhi' aannaa
Maqaan kee yaa YESUS
Hundumaaf fayyinaa

Inni dhukkubsatu dhukkubattii haa fayyu
Kan gaddus jiraannaan jajabaatee haa ka' u
Gaaffiin kan jeeqamu deebii haa argatuu
Akka barbaachisutti hundaa qaqqabadhu

Kottu (3x)
YESUS Naazreetichaa
Nu gidduutti argami
Ati woo nuuf qorichaa
Dhibee fi yaaddoo keenya
Fudhannee dhi' aannaa
Maqaan kee yaa YESUS
Hundumaaf fayyinaa

Ergamoota keetiif isa laatte humna kee
Nu irratti dhangalaasi YESUS Hafuura kee
Dheebuu keenya ilaali beela' ummaa keenya
Eebba kee lolaasi si' ii abdiin keenya

Kottu (3x)
YESUS Naazreetichaa
Nu gidduutti argami
Ati woo nuuf qorichaa
Dhibee fi yaaddoo keenya
Fudhannee dhi' aannaa
Maqaan kee yaa YESUS
Hundumaaf fayyinaa