Kottaa Ni Galateeffannaa

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)

Mooraa keessatti dhalate haalle-luuyyaa !
Ilmi Mootii guddaadhaa haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)

Akka namaatti guddate haallee-luuyyaa !
Ogummaa abbaasaatiin haalle-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa (4x)

Qaraaniyootti aarsaa ta'e haallee-luuyyaa !
Du'a immoo mo'ee ka'e haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa (4x)

CubbuuttiinuQulleessa haallee-luuyyaa !
Yoo amannee jiraanne haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)

Isaa wajjin adeemna haallee-luuyyaa !
Waaqa irraa mana qabna haallee-luuyyaa !

        Kotaa ni galateeffannaa haalle-luuyyaa ! (4x)