Oromiffa/Classics/Jajjabeessaa Saba Koo
{{Classic |ርዕስ=ZAP |Title=Jajjabeessaa Saba Koo |ቋንቋ=ኦሮምኛ |Language=Oromiffa |Lyrics=<poem>
- Jajjabeessaa
- Jajjabeessaa Saba Koo
- Jajjabeessaa Waldaa Koo
- Jajjabeessaa Ijoollee Koo
- Jedha WAAQNI Kessan
Kan wal'aalanis naa gorsaa Kan dadhabanis jabeessaa Sagalee Koo naa barsiisaa Mootummaa Koo naa bal'isaa
- Jajjabeessaa
- Jajjabeessaa Saba Koo
- Jajjabeessaa Waldaa Koo
- Jajjabeessaa Ijoollee Koo
- Jedha WAAQNI Kessan
Akka tiksituutti naa eegaa Saba Koo isin harkaan fudhaa Hundumaa walitti nan qaba Kan bades nana barbaaddadha
- Jajjabeessaa
- Jajjabeessaa Saba Koo
- Jajjabeessaa Waldaa Koo
- Jajjabeessaa Ijoollee Koo
- Jedha WAAQNI Kessan
Karaa koo naa qulqulleessaa Waldaa koo naa jajjabeessaa Irree koo jabaa hubadhaa Na WAAQA Keessan yaadadhaa Jedha WAAQNI Keessaan
- Jajjabeessaa
- Jajjabeessaa Saba Koo
- Jajjabeessaa Waldaa Koo
- Jajjabeessaa Ijoollee Koo
- Jedha WAAQNI Kessan
Humna guddaadhaan nan dhufaa Saba Koo naa jajjabeessaa Gufuu jiru hu