Jabaan Akka Yesus Hin Jiru

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Jabaan akka YESUS hin jiru (2x)
Cimaan akka gooftaa hin jiru (2x)
Kiyyo diinni kaa'e kan ciru
Dhibee saba isaa ti kan furu

Billaan yo qarame nuyi irratti
Yennaa darbatamne boollatti
Inni nuyi wajjin jiru hunda caala
Hammatee nu baasa du'a jala

Jabaan akka YESUS hin jiru (2x)
Cimaan akka gooftaa hin jiru (2x)
Kiyyo diinni kaa'e kan ciru
Dhibee saba isaa ti kan furu

WAAQAYYOON kan mormu hin dhaabatu
Jireenya qabbanaas hin jiraatu
Nuuf abdiin keenya jabaataa dha
Kan nu waame Gooftaan jiraata dha

Jabaan akka YESUS hin jiru (2x)
Cimaan akka gooftaa hin jiru (2x)
Kiyyo diinni kaa'e kan ciru
Dhibee saba isaa ti kan furu

Mootota hunda irratti mooti dha
Gooftota lafa irrattis Gooftaa dha
Maqaa isaa waammanne hin yeellaanu
Doorsisa seexana hin sodaanu

Jabaan akka YESUS hin jiru (2x)
Cimaan akka gooftaa hin jiru (2x)
Kiyyo diinni kaa'e kan ciru
Dhibee saba isaa ti kan furu