From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
|
|
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች (Other Classic Mezmur Lyrics)
|
|
YESUS isa naa du'e yommuun yaadu Moot
Anaanoo bayy'ee na dhibaa jaalala attamii ti?
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyoo fannootti
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyyoo fannootti?
YESUS isa naa du'e jaalala isaa gochuuf
Akkuma isaatu na dhiba deebisee dubbachuuf
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyoo fannootti
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyyoo fannootti?
Cubbuu otuu hin qabaatin qulqulluu Mootii ko
Garuu cubbuu koof jettee dhaquun kee iddoo rakkoo
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyoo fannootti
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyyoo fannootti?
Yaa Mootii biyya-lafaa YESUS ko Gooftaa ko
Jaalala kee isa gaariif na gorsi yaada koo
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyoo fannootti
Jaalala attamii ti? jaalala attamii ti?
Inni ati naaf raawwatte
Qaraaniyoo fannootti?
|