From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
|
|
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች (Other Classic Mezmur Lyrics)
|
|
YERRON TA’EE YAADU, GOCHAA ATTI NAFII GOTEE
WANNAN JEDHUU DHABUU, TOLAKEE YADADHEE. (2X)
ANAAFII HIN MALUU, OLMAAN AKKASII (2X)
DU’AA KOO AMBIISEE, KAN NAKASEE SII (2X)
HOJIIKOO SITU HOJJETE, HOJJIKOO (2X)
DHIMMA KOO, SITU RAWATEE DHIMMA KOO, (2X)
DHIMMA KOO, SITU RAWATEE YESUSUU KOO (2X)
BOLATTI KEESSA ANNANII BAFATEE
DHA’UMSAA HUNDAA HOO HARKAA RUKATEE (2X)
SIFARSUU NATTI HIN BAAYATUU
OLMAAN KEE WALIIN HIN QIXXATUU (2X)
HOJIIKOO SITU HOJJETE, HOJJIKOO (2X)
DHIMMA KOO, SITU RAWATEE DHIMMA KOO, (2X)
DHIMMA KOO, SITU RAWATEE YESUSUU KOO (2X)
OTUU ATTI HIN JIREE, SILLA BADEERAA
BARBACHASII DHABEE, HOO TA’EE RAA JORAA
ANNAFII JECHUU KEE ANNA GUDDISEE (2X)
QANII FI YELLO KOO, HOO HUNDAA AMBISEE
YERRON TA’EE YAADU, GOCHAA ATTI NAFII GOTEE
WANNAN JEDHUU DHABAA, TOLAKEE YADADHEE. (2X)
ANAAFII HIN MALUU, OLMAAN AKKASII (2X)
DU’AA KOO AMBIISEE, KAN NAKASEE SII (2X)
|