From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
|
|
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች (Other Classic Mezmur Lyrics)
|
|
<poem>
Mootummaa isaaf isaan dhaabuuf
Hafuura Isaan Isaan cuuphuuf
Ulfinaanis kan dubbate
Gooftaa YESUS ni fo'ate
Halleeluyyaa; Ameen
Ameen, Aameen; Ameen
Halle, Haalleeluyyaa
Iyyooeliin lallabamee
Raajotaanis dubbatame
Hafuura isaa dhangalaasee
Lubbuu keenya qabbaneesse
Halleeluyyaa; Ameen
Ameen, Aameen; Ameen
Halle, Haalleeluyyaa
Seexanoota balleessuudhaaf
Dhukkubsataa fayyisuu dhaaf
ilmi WAAQAA ni mul'ata
Humna jabaa hundaaf laata
Halleeluyyaa; Ameen
Ameen, Aameen; Ameen
Halle, Haalleeluyyaa
Hafuura isaa dhangalaasee
Fayyisuu isaas ni mul'ise
Garaa kootti amaneera
An yaa Gooftaa gammadeera
Halleeluyyaa; Ameen
Ameen, Aameen; Ameen
Halle, Haalleeluyyaa
</poem>
|