Gooftaa Nu Uumetti Gammadaa

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Gooftaa nu uumetti gammadaa
Yaa ijoollee namootaa
Fagoodhaa fi dhi'oodhaa kottaa
Isa kan jaallattanuu
Kottaa hundumti keessan

Isa woo kan nu uummate
Nu hoolota isaa ti woo
Kan bade dhaqee barbaada
Tikseen keenya isa woo
Nu geggessuu ni fedha woo
Gara gammachuu Waaqaatti

Waaqayyoon galateeffadhaa
Guddina isaas odeessaa
Lubbuu kan qabu hundinuu
Waaqayyoof haa sagadu
WAAQNI Keenya arjaa dha
Waan jedhees fiixaan baasa