Galatan Qaba Gooftaadhaaf

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

          Galatan qaba Gooftaa dhaaf, galatan qaba (2x)
          Faarfannaan qaba Gooftaadhaaf, faarfannaan qaba (2x)
          Ililleen qaba Goooftaadhaaf, ililleen qaba (2x)
          Waan baay'ee naa godhe woo kun itti hjin baay'atu
          Gooftaan koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu.
          Waan baay'ee naa godhe woo kun itti hin baay'atu
          Mootin koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu
          Furiin koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu.

Bodee diinni koo darbate na bira hin ga'in hafe
YESUS koo tu na baraare harka isaa ana irra hafe
Yaades dubbadhees hin fixu gaarummaa isaa hunduma
Gochaa isaaf gatii kan baasu kennaan eessatti argama?

          Galatan qaba Gooftaa dhaaf, galatan qaba (2x)
          Faarfannaan qaba Gooftaadhaaf, faarfannaan qaba (2x)
          Ililleen qaba Goooftaadhaaf, ililleen qaba (2x)
          Waan baay'ee naa godhe woo kun itti hjin baay'atu
          Gooftaan koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu.
          Waan baay'ee naa godhe woo kun itti hin baay'atu
          Mootin koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu
          Furiin koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu.

Qulqullummaan inni kan koo ti akka erbee moofaa ti
YESUS koo garuu na gonfe dirriba ayyaana isaa tii
Ha ulfaatu, ol-ol ha jedhu kan biraa maalan jedha?
Marrummaan koo irraa kan ka'en galata isaaf laadha.

          Galatan qaba Gooftaa dhaaf, galatan qaba (2x)
          Faarfannaan qaba Gooftaadhaaf, faarfannaan qaba (2x)
          Ililleen qaba Goooftaadhaaf, ililleen qaba (2x)
          Waan baay'ee naa godhe woo kun itti hjin baay'atu
          Gooftaan koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu.
          Waan baay'ee naa godhe woo kun itti hin baay'atu
          Mootin koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu
          Furiin koo YESUS koo maqaan isaa ha ulfaatu.

Ani kanan yaadeen ol ta'e gochaan Waaqa koo ti
Guutee cafcaf naa godheera xoofoo gammachuu koo ti
Faarfanna dhaa fi ililleedhaan galata isaaf ka'eera.
Ulfinni isaaf ha ta'u waanan qabu hundumaa irra.