Fannoon Kee Natti Ulfaatu iyyuu

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Fannoon Kee Natti ulfaatu iyyuu
Anis dadhabaa ta'u iyyuu
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha

Na hin gatin ani woo hin danda'uu
Jarjaree si duukaa bu'uu
Daandiin kun gufuudhaan guutuu
Miilla koo kan na rukutu
Daandiin kun gufuudhaan guutu
Miilla koo kan na rukutu

Fannoon Kee Natti ulfaatu iyyuu
Anis dadhabaa ta'u iyyuu
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha

Sin arge fuullee Golgootaatti
Gonfoo qoraattii keeyyatta
Uggum kaa jaalala WAAQAA
Cubbuuttii qulleessee dhiqa
Uggum kaa jaalalaa WAAQA
Cubbuuttii qulleessee dhiqa

Fannoon Kee Natti ulfaatu iyyuu
Anis dadhabaa ta'u iyyuu
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha

Ulfaadhu ilma WAAQAYYOO
Nu fiddee fagoo dhaa fi dhihoo
Wal duukaa si Waaqeffanna
Eebba Kees wajjin fudhanna
Wal duukaa si waaqeffanna
Eebba Kees wajjin fudhanna

Fannoon Kee Natti ulfaatu iyyuu
Anis dadhabaa ta'u iyyuu
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha
Hin gatu baadheen tiradha
Garuu ayyaana keen eeggadha