Diina Koo Yoo Barbaade

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Diina Koo (3x)
Yoo barbaade dutii iyyi baanqifadhu
Ana Hin sodaachiftu,
Urgee koo gad na dhiisisuu hin

Manni koo dhagaa irratti ijaarameera
Onneen koo ibidda hafuuraan guutameera
Kanaaf ana hin sodaachiftu
(Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu) 2x

Diina Koo (3x)
Yoo barbaade dutii iyyi baanqifadhu
Ana Hin sodaachiftu,
Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu

Dudda koo sabata dhugaadhaan hidhadheera
Qaama kootti qulqullummaa uffadheera
Sitti hime ana hin sodaachiftu
(Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu) 2x

Diina Koo (3x)
Yoo barbaade dutii iyyi baanqifadhu
Ana Hin sodaachiftu,
Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu

Miilla kootti kophee nagaya kayyadheera
Harka kootti gaachana amantii qabadheera
Dhaga'i ana hin sodaachiftu
(Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu) 2x

Diina Koo (3x)
Yoo barbaade dutii iyyi baanqifadhu
Ana Hin sodaachiftu,
Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu

Mataa kootti gonfoo fayyinaa kayyadheera
Harka kootti eeboo Waangeelaa qabadheera
Yoom iyyuu ana hin sodaachiftu
(Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu) 2x

Diina Koo (3x)
Yoo barbaade dutii iyyi baanqifadhu
Ana Hin sodaachiftu,
Urgee koo gad na dhiisisuu hin dandeessu