Dhugaanii Maaliif Hojii Irra Hin Oollee?

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Dhugaanii maaliif hojii irra hin oollee?
Kan alaa utuu jennuu keessaan babbaannee
Haadaraa nuuf kaasi nama looga hinbeeknee
Hiinaaffaa manaa keef kaan hinraafnee

Kaan miindaaf lallabaa kaan oof mul’isuufii
Ati nurraa kaasi abaaramaa akkasii
Beeka beeka jennaa bakka baayyee deemnaa
Ayyaanichi hinjiruu fooniin tattaafannaa
Walirraa fudhannee ofii of fakkeessinaa
Kottuu adda nubaasii wangeelaaf jiraannaa

Sobaan dhugaa bahuu ittiin jiraachuufii
Utuma ilaalluu baayyeetu baduufii
Waanta ati dubbatuu eenyuutu dhagahee
Ergaa dhugaa hintaaneen baayyeetu madaahee
Wal harkaa fudhannee xoofoo yommu unannuu
Maaliif gad nudhiiftaa yeroo nuyi bannuu

Dhugaanii maaliif hojii irra hin oollee?
Kan alaa utuu jennuu keessaan babbaannee
Haadaraa nuuf kaasi nama looga hinbeeknee
Hiinaaffaa manaa keef kaan hinraafnee

Hoolaa of fakkeessee butaan waraabessaa
Har’aas baayye jiraa amantoota keessaa
Maaddii tokkoraatii waliin sooratanii
Ittii hindhagahaamu yammu walgurguranii
Nuuf —---kaasii–eenyyuma kan ida nuuf gahuu
Akaanaatti jireenya nuun tahuu…