From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
|
|
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች (Other Classic Mezmur Lyrics)
|
|
Dhufneerra Gooftaa mana kee,
Wal-itti qabamneerra
Kottu nu gidduutti argami,
Nuyis si irraa baruu feena.
Yaadn foonii fi hojiin seexanaa,
Gubatee ha badu iddoo kana
YESUS ati duwwaan hojjedhu
Yoos fayyina Guutuu arganna.
Kan dheebote dheebu ha ba'u
Kan beela'e sora kee ha quufu
Garaan gaddaa fi dhiphinaan guute
Ha boqotu kaa siin argatee.
Dhufneerra Gooftaa mana kee,
Wal-itti qabamneerra
Kottu nu gidduutti argami,
Nuyis si irraa baruu feena.
Yaadn foonii fi hojiin seexanaa,
Gubatee ha badu iddoo kana
YESUS ati duwwaan hojjedhu
Yoos fayyina Guutuu arganna.
Yaaddoo fi dhiphinaan kan qabame
Jireenyua isaaf hiikama kan dhabe
Hara'a dhufee yoo as jira ta'e
Ha furamu kaa siin argate
Dhufneerra Gooftaa mana kee,
Wal-itti qabamneerra
Kottu nu gidduutti argami,
Nuyis si irraa baruu feena.
Yaadn foonii fi hojiin seexanaa,
Gubatee ha badu iddoo kana
YESUS ati duwwaan hojjedhu
Yoos fayyina Guutuu arganna.
Dhiiga kee qulqulluu lolaafte
Lubbuu du'a kee tiin boojite
Akka hin banneef diinaan mo'amne.
Dhufneerra Gooftaa mana kee,
Wal-itti qabamneerra
Kottu nu gidduutti argami,
Nuyis si irraa baruu feena.
Yaadn foonii fi hojiin seexanaa,
Gubatee ha badu iddoo kana
YESUS ati duwwaan hojjedhu
Yoos fayyina Guutuu arganna.
|