Dachaa Dachaadhaan Galatoomi

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Dachaa dachaadhaan galatoomi
Galatoomi Yesus koo galatoomi
Ulfina irratti siif haa ta'u ulfinni
Ulfinni ulfinni siif haa ta'u ulfinni

Badiisaa na waamtee jireenya naa laattee
Ulfinaaf mana kee keessa kan na dhaabde
Iddoo gadi deebiitii Gooftaa ko ol na qabdee
Dirriba ayyaana kee anatti uwwifte

Dachaa dachaadhaan galatoomi
Galatoomi Yesus koo galatoomi
Ulfina irratti siif haa ta'u ulfinni
Ulfinni ulfinni siif haa ta'u ulfinni

Wal'aalummaa nis ta'u garaa jabina koon
Sirraa yommuun fagaadhe na hin dhiifne mooti koo
Murtiin otuu hin ta'in jaalalaan na waamtee
Ulfinaa fi gammachuu keetiin na gonfite

Dachaa dachaadhaan galatoomi
Galatoomi Yesus koo galatoomi
Ulfina irratti siif haa ta'u ulfinni
Ulfinni ulfinni siif haa ta'u ulfinni

Naaf hin ta'u ture maqaa kee illee waamuun
Qulqulluu maaddii kee harka kee irraa hirmaachuun
Erga ati jaallatee siif ni ta'a jettee
An maalan jedharee galatoomi malee

Dachaa dachaadhaan galatoomi
Galatoomi Yesus koo galatoomi
Ulfina irratti siif haa ta'u ulfinni
Ulfinni ulfinni siif haa ta'u ulfinni

Waa'ee jaalala keef galatoomin jedha
Baayy'ina araara keef galatoomin jedha
Amanamummaa keef galatoomin jedha
Gochaa kee isa hin dhumneef silaas maalan jedha?

Dachaa dachaadhaan galatoomi
Galatoomi Yesus koo galatoomi
Ulfina irratti siif haa ta'u ulfinni
Ulfinni ulfinni siif haa ta'u ulfinni