Biyyi Lafaa Kun Ni Darba

From WikiMezmur: Mezmur Lyrics
Jump to: navigation, search
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Biyyi keenya isoo WAAQA irraa
Lafti abdii dhaala keenyaa
Asi hin qabnu lafa dhuunfaa
Keesummumaadhaan woo teenya

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Godoon keenya inni lafa irraa
Jijjigee baduuf woo jira
Kan hin jigne mana qabna
WAAQA irraa kan bara-baraa

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Gaddis yookkis yaaddoon illee
Gondumaa kan keessa hin jirre
Hamma bara-baraatii illee
Eenytu isa argata ree?

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Dhugaa YESUSii jedhanii
Sonaan kan dhipahtan malee
Kan dhangala'e dhiigni isaanii
Hamma du'a fannootti illee

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Gaafasi attam gammadu
Gaarii kan godhan hundinu
Du'aa jireenyatti ni darbu
Murtiin isaan hin argatu

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Hamaa ta'us gaarii ta'us
Har'a malee yoomi ree iyyuu?
Adda-addaan yeroo otuu qabnuu
Kan itti of qopheessinu

Biiyyii lafaa kuun ni darbaa
Badhaadhummaan isaas hundinuu
Dubbiin WAAQA keenyaa hin darbuu
Baraa-baraan jiiraata dha

Guyyaan murtii hin oollu ni dhufa
Kottaa ni damaaqinaa hin rafnuu
Hunduu ni argataa gatii isaa
Gaafas firri illee nuyi hin oolchuu