BAAY'EE AJAA'IBA. Yadesa Shiri, Solomon Alemu & Betel Regasa (Baye Ajeiba, Yadesa Shiri, Solomon Alemu & Betel Regasa)

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

Baay'ee ajaa'ibaa×2 gooftaa guddinnikee
Daangaas hin qabu hammana hin jedhamu guddaadha/bal'aadha ulfinnikee
Dhaloonni amma jirus inni dhufus himee bira hin darbu
Hamma namni yaadu gararraa jirtaa kan akkakee eenyu

Kan jajamuu eenyu simalee
Kan sirreessu jiruu dalga galee
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee

Eenyutu lafa ati uumte safaraan murteessee
Maaltu argee samii utubaa kamiirra akka keesse
Eenyutu argee
Eenyutu beekumsakee ibsuu danda'aa
Maaltu argee jedhee guddinnikee hammas ga'aa
Eenyutu argee

Sin naaf ta'e soortuukoo bara beelaa
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee
Sittan obsee dhiise eelaaf meelaa
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee
Gammachuukooti ati bara gaddaa
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee
Siif fideera kunoo anis weedduu addaa
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee

Kan jajamuu eenyu simalee
Kan sirreessu jiruu dalga galee
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee

Keessikoo siif qabaa jajumsa iddoo oolaanaa
Siif safuu koonyeekeen kan safartuu galaanaa×2
Beekumsi sammuu namaa siin sin tilmaamuu
Ajaab jedhee raajefadhaa yommuun siin si waamuu×2

Dandeetti kee danuu yeedalataa
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee
Quurroot abboomame soora baata
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee
Waan biraa leellisuuf hin akeekuu
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee
Sin ala waan biraas jajee hin beekuu
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee

Kan jajamuu eenyu simalee
Kan sirreessu jiruu dalga galee
Sin naaf ta'e humnaaf hamilee
Sin faarsa ammallee