Akkuma Baay'ifte Gammachuu Koo

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

          Akkuma baay'ifte gammachuu koo
          Galanni kee haa baay'atu Mootii koo
          Akkuma baay'ifte nagaa kan koo
          Ulfinni kee ha baay'atu YESUS koo
          Silaas waa nan jedhu hin qabu
          Dubbadhees fixuu hin danda'u
          Baruma baraan maqaan kee ol-ol anaaf ha jedhu (2x)

Duuchaa galaana keessa na cesiftee
Caakkaa dukkana keessa na cesifte
Sodaa fi birranna koo na irraa fuute
Nagaa fi gammachuu keetiin na guutte

          Akkuma baay'ifte gammachuu koo
          Galanni kee haa baay'atu Mootii koo
          Akkuma baay'ifte nagaa kan koo
          Ulfinni kee ha baay'atu YESUS koo
          Silaas waa nan jedhu hin qabu
          Dubbadhees fixuu hin danda'u
          Baruma baraan maqaan kee ol-ol anaaf ha jedhu (2x)

Yaadan siif qabu anu beeka nan jette
Kan boriif yaadee dhiphachu na olchite
Abdi kutanna na keessaa fuute
Nagaa fi gammachuu keetiin na guute

          Akkuma baay'ifte gammachuu koo
          Galanni kee haa baay'atu Mootii koo
          Akkuma baay'ifte nagaa kan koo
          Ulfinni kee ha baay'atu YESUS koo
          Silaas waa nan jedhu hin qabu
          Dubbadhees fixuu hin danda'u
          Baruma baraan maqaan kee ol-ol anaaf ha jedhu (2x)

Gatti hin baafne, humna koo itti hin dhangalaafne
Yookis ogumma koo tiin hin arganne
Nagaan jireenyaa anaaf keenname
Nagaa fi gaarummaa kee irra kan ka'e

          Akkuma baay'ifte gammachuu koo
          Galanni kee haa baay'atu Mootii koo
          Akkuma baay'ifte nagaa kan koo
          Ulfinni kee ha baay'atu YESUS koo
          Silaas waa nan jedhu hin qabu
          Dubbadhees fixuu hin danda'u
          Baruma baraan maqaan kee ol-ol anaaf ha jedhu (2x)