Ulfina Isaa Tiif Yoon Utaale

From WikiMezmur, the free amharic mezmur lyrics database.
ዘልለው ለመሔድ፦ የማውጫ ቁልፎች, ፍለጋ
ሌሎች ፡ የድሮ ፡ መዝሙሮች
(Other Classic Mezmur Lyrics)

          Ulfina isaa tiif yoon utaale, yoon shubbise
          Ulfina koo dhiisee, Miilkooliin maaltu hinaafsise?
          Ani si'achin ta'aafii kan duraa caalsise
          Isa na jaallate nama na taasise
          Ulfinni koo isaaf haa farfatu
          Yesus haa ulfaatu

Dibata isaa na dibee diina koo duratti
Yeellootti na hin laanne amma guyyaa har'atti
Na utubeen arge Yesusin
Inni mirga koo ti

          Ulfina isaa tiif yoon utaale, yoon shubbise
          Ulfina koo dhiisee, Miilkooliin maaltu hinaafsise?
          Ani si'achin ta'aafii kan duraa caalsise
          Isa na jaallate nama na taasise
          Ulfinni koo isaaf haa farfatu
          Yesus haa ulfaatu

Orma maalan beeka isa jaalalleen koo
Kiyyoo diinaa jalaa baafate lubbuu koo
Waa'e isaa tiif nan kuusa gatii koo
Gubadhu diina koo.

          Ulfina isaa tiif yoon utaale, yoon shubbise
          Ulfina koo dhiisee, Miilkooliin maaltu hinaafsise?
          Ani si'achin ta'aafii kan duraa caalsise
          Isa na jaallate nama na taasise
          Ulfinni koo isaaf haa farfatu
          Yesus haa ulfaatu

Boojuu koo deebisee harka kootti naaf laate
Yoon utaale maal ree kun iyyuu ni xinaate
Maqaan isaa mo'ee kan nama moosisu
Caal nan jechisisu.

          Ulfina isaa tiif yoon utaale, yoon shubbise
          Ulfina koo dhiisee, Miilkooliin maaltu hinaafsise?
          Ani si'achin ta'aafii kan duraa caalsise
          Isa na jaallate nama na taasise
          Ulfinni koo isaaf haa farfatu
          Yesus haa ulfaatu

Utaaleen faarfadha mo'ich kan koo ti
Isatu naaf kenne hundaa harka kootti
Maqaan isaa haa ulfaatu bara-baraan
Inni Waaqa koo ti.